Yunus · 57/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yunus
يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَتْكُم مَّوْعِظَةٌ مِّن رَّبِّكُمْ وَشِفَاءٌ لِّمَا فِي الصُّدُورِ وَهُدًى وَرَحْمَةٌ لِّلْمُؤْمِنِينَ ۝٥٧
Yaaa aiyuhan naasu qad jaaa`atkum maw `izatum mir Rabbikum wa shifaaa`ul limaa fis sudoori wa hudanw wa rahmatul lilmu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa taate, qorichi waan qoma keessaas, qajeelfamaafi rahmanni mu’uminootaaf taate isinitti dhufte

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Yunus

55أَلَا إِنَّ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۗ أَلَا إِنَّ وَعْدَ اللَّهِ حَقٌّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samiifi dachii keessa jiru kan RabbiitiDhagayaa! Dhugumatti, waadaan Rabbii dhugaadhaGaruu irra baay’een namootaa hin beekan
56هُوَ يُحْيِي وَيُمِيتُ وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Inni ni jiraachisa; ni ajjeesas; gara Isaatittis deebifamtu
57يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَتْكُم مَّوْعِظَةٌ مِّن رَّبِّكُمْ وَشِفَاءٌ لِّمَا فِي الصُّدُورِ وَهُدًى وَرَحْمَةٌ لِّلْمُؤْمِنِينَ
Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa taate, qorichi waan qoma keessaas, qajeelfamaafi rahmanni mu’uminootaaf taate isinitti dhufte
58قُلْ بِفَضْلِ اللَّهِ وَبِرَحْمَتِهِ فَبِذَٰلِكَ فَلْيَفْرَحُوا هُوَ خَيْرٌ مِّمَّا يَجْمَعُونَ
“Tola Rabbiitiifi rahmata Isaatiin (dhufte)Waan isaan walitti qaban irra isatu caalaa, isa sanitti haa gammadanu” jedhi
59قُلْ أَرَأَيْتُم مَّا أَنزَلَ اللَّهُ لَكُم مِّن رِّزْقٍ فَجَعَلْتُم مِّنْهُ حَرَامًا وَحَلَالًا قُلْ آللَّهُ أَذِنَ لَكُمْ ۖ أَمْ عَلَى اللَّهِ تَفْتَرُونَ
“Soorata irraa waan Rabbiin isiniif buuse, isin ergasii isa irraa dhorgamaafi hayyamamaa taasiftan san mee naaf himaa?” jedhi“Sila Rabbitu isiniif hayyamemoo, Rabbi irratti kijiba uumtanii odeessitu?” jedhi
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Yunus 57

Suuratu Yunus Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa namootaa! Dhugumatti, gorsi Gooftaa keessan irraa taate, qorichi waan…

Suuratu Aayah 57/109 — Suuratu Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yunus Caqasi, Suuratu Yunus Hiikkaa, Suuratu Yunus mp3, Suuratu Yunus pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers