Yusuf · 77/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
۞ قَالُوا إِن يَسْرِقْ فَقَدْ سَرَقَ أَخٌ لَّهُ مِن قَبْلُ ۚ فَأَسَرَّهَا يُوسُفُ فِي نَفْسِهِ وَلَمْ يُبْدِهَا لَهُمْ ۚ قَالَ أَنتُمْ شَرٌّ مَّكَانًا ۖ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا تَصِفُونَ ۝٧٧
Qaaloo iny yasriq faqad saraqa akhul lahoo min qabl; fa asarrahaa Yoosufu fee nafsihee wa lam yubdihaa lahum; qaala antum sharrum makaananw wallaahu a`lamu bimaa tasifoon
📖 Afaan Oromoon
Isaanis (obboleeyyan Yuusufis) ni jedhan: “Yoo hates, obboleessi isaas (Yuusufis) kana dura hatee ture.” Yuusuf ishee of keessa dhokseIsaaniifis ishee hin ibsine(Of keessattis) ni jedhe: “Isinumatu sadarkaan keessan gadheedhaRabbiinis waan isin jettan irra beekaadha.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 75-79 — Yusuf

75قَالُوا جَزَاؤُهُ مَن وُجِدَ فِي رَحْلِهِ فَهُوَ جَزَاؤُهُ ۚ كَذَٰلِكَ نَجْزِي الظَّالِمِينَ
Ni jedhan: “Adabni isaa namni inni meeshaa isaa keessatti argame isumatu (fudhamuutu) adabbii isaatiNuti akka kanatti isaan miidhaa (hanna) raawwatanu adabna.”
76فَبَدَأَ بِأَوْعِيَتِهِمْ قَبْلَ وِعَاءِ أَخِيهِ ثُمَّ اسْتَخْرَجَهَا مِن وِعَاءِ أَخِيهِ ۚ كَذَٰلِكَ كِدْنَا لِيُوسُفَ ۖ مَا كَانَ لِيَأْخُذَ أَخَاهُ فِي دِينِ الْمَلِكِ إِلَّا أَن يَشَاءَ اللَّهُ ۚ نَرْفَعُ دَرَجَاتٍ مَّن نَّشَاءُ ۗ وَفَوْقَ كُلِّ ذِي عِلْمٍ عَلِيمٌ
Sakkatta’uus qalqalloo obboleessa isaa dura qalqalloo isaaniitiin jalqabeSana booda meeshaa obboleessa isaa keessaa ishee baaseAkka kanatti Yuusufiif tooftaa baafneOdoo Rabbiin Fedhuu baatee obboleessa isaa seera mootichaa keessatti kan fudhatu hin turreNama feene sadarkaa hedduu ol fuunaAbbootii beekumsaa hundaa olittuu beekaatu jira
77۞ قَالُوا إِن يَسْرِقْ فَقَدْ سَرَقَ أَخٌ لَّهُ مِن قَبْلُ ۚ فَأَسَرَّهَا يُوسُفُ فِي نَفْسِهِ وَلَمْ يُبْدِهَا لَهُمْ ۚ قَالَ أَنتُمْ شَرٌّ مَّكَانًا ۖ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا تَصِفُونَ
Isaanis (obboleeyyan Yuusufis) ni jedhan: “Yoo hates, obboleessi isaas (Yuusufis) kana dura hatee ture.” Yuusuf ishee of keessa dhokseIsaaniifis ishee hin ibsine(Of keessattis) ni jedhe: “Isinumatu sadarkaan keessan gadheedhaRabbiinis waan isin jettan irra beekaadha.”
78قَالُوا يَا أَيُّهَا الْعَزِيزُ إِنَّ لَهُ أَبًا شَيْخًا كَبِيرًا فَخُذْ أَحَدَنَا مَكَانَهُ ۖ إِنَّا نَرَاكَ مِنَ الْمُحْسِنِينَ
Isaanis ni jedhan: “Yaa mootichaa! Dhugumatti, isaaf abbaa jaarsa manguddoo ta’etu jiraKanaaf bakka isaa tokkoon keenya fudhadhuNuti gaggaarii irraa ta’uu kee si argina.”
79قَالَ مَعَاذَ اللَّهِ أَن نَّأْخُذَ إِلَّا مَن وَجَدْنَا مَتَاعَنَا عِندَهُ إِنَّا إِذًا لَّظَالِمُونَ
Inni ni jedhe: “Nuti nama qabeenya keenya isa biratti argine malee fudhachuu irraa Rabbitti maganfannaDhugumatti, nuti yeroo san miidhaa hojjattoota.”
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Yusuf 77

Suuratu Yusuf Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis (obboleeyyan Yuusufis) ni jedhan: “Yoo hates, obboleessi isaas (Yuusufis)…

Suuratu Aayah 77/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers