Al-Hijr · 76/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ ۝٧٦
Wa innahaa labi sabeelim muqeem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 74-78 — Suuratu Al-Hijr

74فَجَعَلْنَا عَالِيَهَا سَافِلَهَا وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن سِجِّيلٍ
Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine
75إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira
76وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti
77إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti
78وَإِن كَانَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ لَظَالِمِينَ
Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
76Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 76

Suuratu Al-Hijr Aayah 76 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti

Suuratu Aayah 76/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 74–78. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers