Al-Hijr · 77/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ ۝٧٧
Inna fee zaalika la Aayatal lilmu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 75-79 — Suuratu Al-Hijr

75إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira
76وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti
77إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti
78وَإِن كَانَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ لَظَالِمِينَ
Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an
79فَانتَقَمْنَا مِنْهُمْ وَإِنَّهُمَا لَبِإِمَامٍ مُّبِينٍ
Haaloo isaan irraa ba’anneDhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra jiru
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 77

Suuratu Al-Hijr Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti

Suuratu Aayah 77/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers