Al-Hijr · 75/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ ۝٧٥
Inna fee zaalika la Aayaatil lilmutawassimeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 73-77 — Suuratu Al-Hijr

73فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُشْرِقِينَ
Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte
74فَجَعَلْنَا عَالِيَهَا سَافِلَهَا وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن سِجِّيلٍ
Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine
75إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira
76وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti
77إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 75

Suuratu Al-Hijr Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira

Suuratu Aayah 75/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers