Al-Kahf · 92/110
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Kahf
ثُمَّ أَتْبَعَ سَبَبًا ۝٩٢
Summa atba`a sababaa
📖 Afaan Oromoon
Ergasii karaa (kaabaa) hordofe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 90-94 — Suuratu Al-Kahf

90حَتَّىٰ إِذَا بَلَغَ مَطْلِعَ الشَّمْسِ وَجَدَهَا تَطْلُعُ عَلَىٰ قَوْمٍ لَّمْ نَجْعَل لَّهُم مِّن دُونِهَا سِتْرًا
Yeroma iddoo baha biiftuu ga’e, isheedhaa ummata ishee irraa golgaa Nuti isaaniif hin taasisin irratti baatu arge
91كَذَٰلِكَ وَقَدْ أَحَطْنَا بِمَا لَدَيْهِ خُبْرًا
(Dubbichi) akka kanaWantoota isa bira jiran dhugumatti, beekumsaan marsineerra
92ثُمَّ أَتْبَعَ سَبَبًا
Ergasii karaa (kaabaa) hordofe
93حَتَّىٰ إِذَا بَلَغَ بَيْنَ السَّدَّيْنِ وَجَدَ مِن دُونِهِمَا قَوْمًا لَّا يَكَادُونَ يَفْقَهُونَ قَوْلًا
Yeroma gidduu gaara lamaanii ga’e, isaan lamaanii asitti ummata haasa’a beekuutti hin dhihaanne arge
94قَالُوا يَا ذَا الْقَرْنَيْنِ إِنَّ يَأْجُوجَ وَمَأْجُوجَ مُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ فَهَلْ نَجْعَلُ لَكَ خَرْجًا عَلَىٰ أَن تَجْعَلَ بَيْنَنَا وَبَيْنَهُمْ سَدًّا
(Isaanis) “Yaa Zalqarnayn! Dhugumatti, Ya’ajuujiifi Ma’ajuuj dachii keessatti badii hojjatoodhaNuufi isaan giddutti cufaa godhuu irratti baasii siif goonuu?” jedhan
Al-KahfTarreeffama Qur'ana
110Aayah
MeccanRevelation
92Aayah

Hiikkaa — Al-Kahf 92

Suuratu Al-Kahf Aayah 92 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii karaa (kaabaa) hordofe

Suuratu Aayah 92/110 — Suuratu Al-Kahf الكهف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Kahf Caqasi, Suuratu Al-Kahf Hiikkaa, Suuratu Al-Kahf mp3, Suuratu Al-Kahf pdf. Aayah 90–94. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers