Al-Baqarah · 153/286
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Baqarah
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اسْتَعِينُوا بِالصَّبْرِ وَالصَّلَاةِ ۚ إِنَّ اللَّهَ مَعَ الصَّابِرِينَ ۝١٥٣
Yaaa ayyuhal laazeena aamanus ta`eenoo bissabri was Salaah; innal laaha ma`as-saabireen
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaaDhugumatti, Rabbiin warra obsan waliin jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 151-155 — Suuratu Al-Baqarah

151كَمَا أَرْسَلْنَا فِيكُمْ رَسُولًا مِّنكُمْ يَتْلُو عَلَيْكُمْ آيَاتِنَا وَيُزَكِّيكُمْ وَيُعَلِّمُكُمُ الْكِتَابَ وَالْحِكْمَةَ وَيُعَلِّمُكُم مَّا لَمْ تَكُونُوا تَعْلَمُونَ
Akkuma ergamaa isin irraa ta’e kan keeyyattoota keenya isin irratti qara’u, isin qulqulleessu, kitaabaafi hikmaa (hadiisa) isin barsiisuufi waan isin hin beeknes isin barsiisu isin keessatti ergine (isin qanansiifne)
152فَاذْكُرُونِي أَذْكُرْكُمْ وَاشْكُرُوا لِي وَلَا تَكْفُرُونِ
Ana yaadadhaa; Anis isiniin yaadadhaaGalatas naaf galchaa; Nattis hin kafarinaa
153يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اسْتَعِينُوا بِالصَّبْرِ وَالصَّلَاةِ ۚ إِنَّ اللَّهَ مَعَ الصَّابِرِينَ
Yaa warra amantan! Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaaDhugumatti, Rabbiin warra obsan waliin jira
154وَلَا تَقُولُوا لِمَن يُقْتَلُ فِي سَبِيلِ اللَّهِ أَمْوَاتٌ ۚ بَلْ أَحْيَاءٌ وَلَٰكِن لَّا تَشْعُرُونَ
Nama karaa Rabbii keessatti ajjeefamuun du’aadha hin jedhinaaDhugumatti isaan fayyaadha, garuu isin hin beektanu
155وَلَنَبْلُوَنَّكُم بِشَيْءٍ مِّنَ الْخَوْفِ وَالْجُوعِ وَنَقْصٍ مِّنَ الْأَمْوَالِ وَالْأَنفُسِ وَالثَّمَرَاتِ ۗ وَبَشِّرِ الصَّابِرِينَ
Isaan warra yeroo balaan isaan tuqe "dhugumatti nuti kan Rabbiiti, nuti gara Isaattis deebi’oodha" jedhaniidha
Al-BaqarahTarreeffama Qur'ana
286Aayah
MedinanRevelation
153Aayah

Hiikkaa — Al-Baqarah 153

Suuratu Al-Baqarah Aayah 153 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Obsaafi salaataan gargaarsa barbaadaaDhugumatti, Rabbiin warra obsan…

Suuratu Aayah 153/286 — Suuratu Al-Baqarah البقرة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Baqarah Caqasi, Suuratu Al-Baqarah Hiikkaa, Suuratu Al-Baqarah mp3, Suuratu Al-Baqarah pdf. Aayah 151–155. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers