Taha · 5/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
الرَّحْمَٰنُ عَلَى الْعَرْشِ اسْتَوَىٰ ۝٥
Ar-Rahmaanu `alal `Arshis tawaa
📖 Afaan Oromoon
Rahmaan Arshii irratti (ol ta’iinsa Isaaf malu) ol ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Taha

3إِلَّا تَذْكِرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Nama Rabbiin sodaatu yaadachiisuuf malee
4تَنزِيلًا مِّمَّنْ خَلَقَ الْأَرْضَ وَالسَّمَاوَاتِ الْعُلَى
Isa dachiifi samii ol fuudhamoo uume irraa buufamaadha
5الرَّحْمَٰنُ عَلَى الْعَرْشِ اسْتَوَىٰ
Rahmaan Arshii irratti (ol ta’iinsa Isaaf malu) ol ta’eera
6لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا وَمَا تَحْتَ الثَّرَىٰ
Wanti samii, dachiifi gidduu isaan lamaanii jiruufi wanti biyyee jala jiru hundi kan Isaati
7وَإِن تَجْهَرْ بِالْقَوْلِ فَإِنَّهُ يَعْلَمُ السِّرَّ وَأَخْفَى
Jecha yoo ol fuutes, dhugumatti Inni (Rabbiin) iccitiifi waan isa caalaa dhokates ni beeka
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Taha 5

Suuratu Taha Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rahmaan Arshii irratti (ol ta’iinsa Isaaf malu) ol ta’eera

Suuratu Aayah 5/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers