Al-Mu'minun · 58/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُم بِآيَاتِ رَبِّهِمْ يُؤْمِنُونَ ۝٥٨
Wallazeena hum bi Aayaati Rabbihim yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 56-60 — Suuratu Al-Mu'minun

56نُسَارِعُ لَهُمْ فِي الْخَيْرَاتِ ۚ بَل لَّا يَشْعُرُونَ
Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan hin hubatan
57إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan
58وَالَّذِينَ هُم بِآيَاتِ رَبِّهِمْ يُؤْمِنُونَ
Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan
59وَالَّذِينَ هُم بِرَبِّهِمْ لَا يُشْرِكُونَ
Warri Gooftaa isaaniittis homaa hin qindeessine
60وَالَّذِينَ يُؤْتُونَ مَا آتَوا وَّقُلُوبُهُمْ وَجِلَةٌ أَنَّهُمْ إِلَىٰ رَبِّهِمْ رَاجِعُونَ
Ammas warri waan kennan onneen isaanii sodaan guutamteefi dhugumaan (qormaataaf) gara Gooftaa isaanii akka deebi’an amanaa kennan
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 58

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan

Suuratu Aayah 58/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 56–60. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers