Al-Mu'minun · 59/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
وَالَّذِينَ هُم بِرَبِّهِمْ لَا يُشْرِكُونَ ۝٥٩
Wallazeena hum bi Rabbihim laa yushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Warri Gooftaa isaaniittis homaa hin qindeessine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 57-61 — Suuratu Al-Mu'minun

57إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan
58وَالَّذِينَ هُم بِآيَاتِ رَبِّهِمْ يُؤْمِنُونَ
Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan
59وَالَّذِينَ هُم بِرَبِّهِمْ لَا يُشْرِكُونَ
Warri Gooftaa isaaniittis homaa hin qindeessine
60وَالَّذِينَ يُؤْتُونَ مَا آتَوا وَّقُلُوبُهُمْ وَجِلَةٌ أَنَّهُمْ إِلَىٰ رَبِّهِمْ رَاجِعُونَ
Ammas warri waan kennan onneen isaanii sodaan guutamteefi dhugumaan (qormaataaf) gara Gooftaa isaanii akka deebi’an amanaa kennan
61أُولَٰئِكَ يُسَارِعُونَ فِي الْخَيْرَاتِ وَهُمْ لَهَا سَابِقُونَ
Isaan sun hojiiwwan gaggaarii keessatti akkaan ariifatoodha; isaan isheedhaaf dorgomoodha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
59Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 59

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 59 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri Gooftaa isaaniittis homaa hin qindeessine

Suuratu Aayah 59/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 57–61. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers