Al-Mu'minun · 57/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ ۝٥٧
Innal lazeena hum min khashyati Rabbihim mushfiqoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Al-Mu'minun

55أَيَحْسَبُونَ أَنَّمَا نُمِدُّهُم بِهِ مِن مَّالٍ وَبَنِينَ
Sila sababni Nuti qabeenyaafi ilmaan irraa isaaniif daballu (isaaniif gaarii)se’uu
56نُسَارِعُ لَهُمْ فِي الْخَيْرَاتِ ۚ بَل لَّا يَشْعُرُونَ
Toltuuwwan isaaniif ariifachiifna (seuu?) Lakkii; (Nuti kanaaf hin goone)Garuu isaan hin hubatan
57إِنَّ الَّذِينَ هُم مِّنْ خَشْيَةِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ
Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan
58وَالَّذِينَ هُم بِآيَاتِ رَبِّهِمْ يُؤْمِنُونَ
Warri keeyyattoota Gooftaa isaaniittis amanan
59وَالَّذِينَ هُم بِرَبِّهِمْ لَا يُشْرِكُونَ
Warri Gooftaa isaaniittis homaa hin qindeessine
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 57

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri sodaa Gooftaa isaanii irraa naasuun jiraatan

Suuratu Aayah 57/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers