Al-Mu'minun · 81/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
بَلْ قَالُوا مِثْلَ مَا قَالَ الْأَوَّلُونَ ۝٨١
Bal qaaloo misla maa qaalal awwaloon
📖 Afaan Oromoon
Fakkaatuma waan warri duraanii jedhanii jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 79-83 — Suuratu Al-Mu'minun

79وَهُوَ الَّذِي ذَرَأَكُمْ فِي الْأَرْضِ وَإِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Innis Isa dachii keessa isin facaaseedhaGara Isaattis walitti qabamtu
80وَهُوَ الَّذِي يُحْيِي وَيُمِيتُ وَلَهُ اخْتِلَافُ اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ ۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Innis Isa jiraachisuufi ajjeesuudhaJijjiiramni halkaniifi guyyaas kan IsaatiSila hin hubattanii
81بَلْ قَالُوا مِثْلَ مَا قَالَ الْأَوَّلُونَ
Fakkaatuma waan warri duraanii jedhanii jedhan
82قَالُوا أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
Ni jedhan: “Sila erga duunee biyyeefi lafee taane booda, dhugumatti nuti (deebinee) kaafamnaa
83لَقَدْ وُعِدْنَا نَحْنُ وَآبَاؤُنَا هَٰذَا مِن قَبْلُ إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, nuufi abbootiin keenyas kana dura kana waadaa galamnee jirraKun ogbarruu warra durii malee waan biraatii miti.”
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 81

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fakkaatuma waan warri duraanii jedhanii jedhan

Suuratu Aayah 81/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers