Al-Mu'minun · 82/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
قَالُوا أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ ۝٨٢
Qaalooo `a-izaa mitnaa wa kunnaa turaabanw wa `izaaman `a-innaa lamab `oosoon
📖 Afaan Oromoon
Ni jedhan: “Sila erga duunee biyyeefi lafee taane booda, dhugumatti nuti (deebinee) kaafamnaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 80-84 — Suuratu Al-Mu'minun

80وَهُوَ الَّذِي يُحْيِي وَيُمِيتُ وَلَهُ اخْتِلَافُ اللَّيْلِ وَالنَّهَارِ ۚ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Innis Isa jiraachisuufi ajjeesuudhaJijjiiramni halkaniifi guyyaas kan IsaatiSila hin hubattanii
81بَلْ قَالُوا مِثْلَ مَا قَالَ الْأَوَّلُونَ
Fakkaatuma waan warri duraanii jedhanii jedhan
82قَالُوا أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
Ni jedhan: “Sila erga duunee biyyeefi lafee taane booda, dhugumatti nuti (deebinee) kaafamnaa
83لَقَدْ وُعِدْنَا نَحْنُ وَآبَاؤُنَا هَٰذَا مِن قَبْلُ إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, nuufi abbootiin keenyas kana dura kana waadaa galamnee jirraKun ogbarruu warra durii malee waan biraatii miti.”
84قُل لِّمَنِ الْأَرْضُ وَمَن فِيهَا إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Jedhi: “Yoo kan beektan taatan dachiiniifi isaan ishee keessa jiran kan eenyuti?”
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
82Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 82

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 82 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedhan: “Sila erga duunee biyyeefi lafee taane booda, dhugumatti…

Suuratu Aayah 82/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 80–84. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers