Ash-Shu'ara · 191/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٩١
Wa inna Rabbaka la huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 189-193 — Ash-Shu'ara

189فَكَذَّبُوهُ فَأَخَذَهُمْ عَذَابُ يَوْمِ الظُّلَّةِ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَذَابَ يَوْمٍ عَظِيمٍ
Isa sobsiisanAdabbiin guyyaa gaaddisaa (duumessa gurraachaa) isaan qabateDhugumatti, inni adabbii guyyaa guddaa ta’eera
190إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
191وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
192وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati
193نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
191Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 191

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 191 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 191/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 189–193. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers