Ash-Shu'ara · 82/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَالَّذِي أَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لِي خَطِيئَتِي يَوْمَ الدِّينِ ۝٨٢
Wallazeee atma`u ai yaghfira lee khateee` atee Yawmad Deen
📖 Afaan Oromoon
Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 80-84 — Suuratu Ash-Shu'ara

80وَإِذَا مَرِضْتُ فَهُوَ يَشْفِينِ
Yeroo an dhukkubsadhes, Isatu na fayyisa
81وَالَّذِي يُمِيتُنِي ثُمَّ يُحْيِينِ
Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha
82وَالَّذِي أَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لِي خَطِيئَتِي يَوْمَ الدِّينِ
Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha
83رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi
84وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
82Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 82

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 82 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha

Suuratu Aayah 82/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 80–84. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers