Ash-Shu'ara · 83/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ ۝٨٣
Rabbi hab lee hukmanw wa alhiqnee bis saaliheen
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Suuratu Ash-Shu'ara

81وَالَّذِي يُمِيتُنِي ثُمَّ يُحْيِينِ
Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha
82وَالَّذِي أَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لِي خَطِيئَتِي يَوْمَ الدِّينِ
Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha
83رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi
84وَاجْعَل لِّي لِسَانَ صِدْقٍ فِي الْآخِرِينَ
Dhaloota boodaa keessattis faaruu gaarii naaf taasisi
85وَاجْعَلْنِي مِن وَرَثَةِ جَنَّةِ النَّعِيمِ
Dhaaltota Jannata qananii dhaalan irraas na taasisi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 83

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi

Suuratu Aayah 83/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers