Ash-Shu'ara · 81/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَالَّذِي يُمِيتُنِي ثُمَّ يُحْيِينِ ۝٨١
Wallazee yumeetunee summa yuhyeen
📖 Afaan Oromoon
Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 79-83 — Suuratu Ash-Shu'ara

79وَالَّذِي هُوَ يُطْعِمُنِي وَيَسْقِينِ
Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha
80وَإِذَا مَرِضْتُ فَهُوَ يَشْفِينِ
Yeroo an dhukkubsadhes, Isatu na fayyisa
81وَالَّذِي يُمِيتُنِي ثُمَّ يُحْيِينِ
Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha
82وَالَّذِي أَطْمَعُ أَن يَغْفِرَ لِي خَطِيئَتِي يَوْمَ الدِّينِ
Isa guyyaa murtiis badii kiyya akka naaf araaramu kajeeluudha
83رَبِّ هَبْ لِي حُكْمًا وَأَلْحِقْنِي بِالصَّالِحِينَ
Gooftaa kiyya! beekumsa naaf kenniNamoota gaggaariittis na dhaqqabsiisi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 81

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa na ajjeesuufi Sana booda na jiraachisuudha

Suuratu Aayah 81/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers