An-Naml · 74/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَعْلَمُ مَا تُكِنُّ صُدُورُهُمْ وَمَا يُعْلِنُونَ ۝٧٤
Wa inna Rabbaka la ya`lamu maa tukinnu sudooruhum wa maa yu`linoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin kee waan qomti isaanii dhoksiteefi waan isaan ifatti mul’isan ni beeka

🎧 Caqasi


📜 Aayah 72-76 — Suuratu An-Naml

72قُلْ عَسَىٰ أَن يَكُونَ رَدِفَ لَكُم بَعْضُ الَّذِي تَسْتَعْجِلُونَ
“Gariin wanta isin ariifachiifattanii kan isinitti dhihaate ta’uun dhugaadha” jedhi
73وَإِنَّ رَبَّكَ لَذُو فَضْلٍ عَلَى النَّاسِ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَشْكُرُونَ
Dhugumatti, Rabbiin kee namoota irratti abbaa tola guddaatiGaruu irra hedduun isaanii hin galateeffatan
74وَإِنَّ رَبَّكَ لَيَعْلَمُ مَا تُكِنُّ صُدُورُهُمْ وَمَا يُعْلِنُونَ
Dhugumatti, Rabbiin kee waan qomti isaanii dhoksiteefi waan isaan ifatti mul’isan ni beeka
75وَمَا مِنْ غَائِبَةٍ فِي السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ إِلَّا فِي كِتَابٍ مُّبِينٍ
Wanti fagoon samiifi dechii keessaa kamiyyuu, kitaaba ifa galaa keessa jiraatu malee hin hafu
76إِنَّ هَٰذَا الْقُرْآنَ يَقُصُّ عَلَىٰ بَنِي إِسْرَائِيلَ أَكْثَرَ الَّذِي هُمْ فِيهِ يَخْتَلِفُونَ
Dhugumatti, Qur’aanni kun Ilmaan Israa’iil irratti irra hedduu waan isaan isa keessatti wal dhabanii isaaniif odeessa
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — An-Naml 74

Suuratu An-Naml Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin kee waan qomti isaanii dhoksiteefi waan isaan ifatti…

Suuratu Aayah 74/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers