Al-'Ankabut · 50/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-'Ankabut
وَقَالُوا لَوْلَا أُنزِلَ عَلَيْهِ آيَاتٌ مِّن رَّبِّهِ ۖ قُلْ إِنَّمَا الْآيَاتُ عِندَ اللَّهِ وَإِنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ ۝٥٠
Wa qaaloo law laaa unzila `alaihi aayaatum mir Rabbihee qul innamal aayaatu `indal laahi wa innamaaa ana nazeerum mubeen
📖 Afaan Oromoon
Isaanis ni jedhan: “Maaliif raajiiwwan Gooftaa Isaa biraa isa irratti hin buufamin? (Atis) “raajiwwan kan jiran Allaah bira qofaAni immoo akeekkachiisaa ifa ta’e qofa” jedhiin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 48-52 — Al-'Ankabut

48وَمَا كُنتَ تَتْلُو مِن قَبْلِهِ مِن كِتَابٍ وَلَا تَخُطُّهُ بِيَمِينِكَ ۖ إِذًا لَّارْتَابَ الْمُبْطِلُونَ
Ati (yaa Muhammad!) Isa dura kitaaba tokkollee kan dubbiftuufi harka keetiinis barreessitu hin turreOdoo akkas taatee warri badii ni shakku turan
49بَلْ هُوَ آيَاتٌ بَيِّنَاتٌ فِي صُدُورِ الَّذِينَ أُوتُوا الْعِلْمَ ۚ وَمَا يَجْحَدُ بِآيَاتِنَا إِلَّا الظَّالِمُونَ
Garuu inni keeyyattoota ifa ta’an kan qoma warra beekumsa kennamee keessa jiruudhaMiidhaa hojjattoota malee keeyyattoota keenya namni mormu hin jiru
50وَقَالُوا لَوْلَا أُنزِلَ عَلَيْهِ آيَاتٌ مِّن رَّبِّهِ ۖ قُلْ إِنَّمَا الْآيَاتُ عِندَ اللَّهِ وَإِنَّمَا أَنَا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Isaanis ni jedhan: “Maaliif raajiiwwan Gooftaa Isaa biraa isa irratti hin buufamin? (Atis) “raajiwwan kan jiran Allaah bira qofaAni immoo akeekkachiisaa ifa ta’e qofa” jedhiin
51أَوَلَمْ يَكْفِهِمْ أَنَّا أَنزَلْنَا عَلَيْكَ الْكِتَابَ يُتْلَىٰ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَرَحْمَةً وَذِكْرَىٰ لِقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Sila kitaaba (Qur’aana) isaan irratti qara’amu si irratti buusuun keenya qofti isaaniif hin ga’uu? Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif rahmataafi yaadannootu jira
52قُلْ كَفَىٰ بِاللَّهِ بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ شَهِيدًا ۖ يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۗ وَالَّذِينَ آمَنُوا بِالْبَاطِلِ وَكَفَرُوا بِاللَّهِ أُولَٰئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ
Jedhi: “jidduu kiyyaafi keessanitti ragaa ta’uuf Rabbiin gahaadhaWaan samiifi dachii keessa jiru hundaa ni beekaIsaan sobatti amananiifi Rabbitti kafaran, warri sun isaanumatu hoonga’oodha
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 50

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis ni jedhan: “Maaliif raajiiwwan Gooftaa Isaa biraa isa irratti…

Suuratu Aayah 50/69 — Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-'Ankabut Caqasi, Al-'Ankabut Hiikkaa, Al-'Ankabut mp3, Al-'Ankabut pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers