Al-'Ankabut · 9/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Ankabut
وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُدْخِلَنَّهُمْ فِي الصَّالِحِينَ ۝٩
Wallazeena aamanoo w a`amilus saalihaati lanudkhilan nahum fis saaliheen
📖 Afaan Oromoon
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, namoota gaggaarii keessa isaan galchina

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-'Ankabut

7وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُكَفِّرَنَّ عَنْهُمْ سَيِّئَاتِهِمْ وَلَنَجْزِيَنَّهُمْ أَحْسَنَ الَّذِي كَانُوا يَعْمَلُونَ
Isaan amananii gaggaarii hojjatan badii isaanii isaan irraa haqnaDhugumatti, gaarii waan isaan dalagaa turanii isaan mindeessina
8وَوَصَّيْنَا الْإِنسَانَ بِوَالِدَيْهِ حُسْنًا ۖ وَإِن جَاهَدَاكَ لِتُشْرِكَ بِي مَا لَيْسَ لَكَ بِهِ عِلْمٌ فَلَا تُطِعْهُمَا ۚ إِلَيَّ مَرْجِعُكُمْ فَأُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Namaaf haadhaafi abbaa isaatti tola ooluu dhaamneYoo waan ati beekumsa isaa hin qabne akka Natti qindeessituuf sirratti qabsaayan, isaan lamaaniin hin bulinDeebiin keessanis garuma kiyyaWaan hojjachaa turtanis isinittin odeessa
9وَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَنُدْخِلَنَّهُمْ فِي الصَّالِحِينَ
Isaan amananii gaggaarii hojjatan, namoota gaggaarii keessa isaan galchina
10وَمِنَ النَّاسِ مَن يَقُولُ آمَنَّا بِاللَّهِ فَإِذَا أُوذِيَ فِي اللَّهِ جَعَلَ فِتْنَةَ النَّاسِ كَعَذَابِ اللَّهِ وَلَئِن جَاءَ نَصْرٌ مِّن رَّبِّكَ لَيَقُولُنَّ إِنَّا كُنَّا مَعَكُمْ ۚ أَوَلَيْسَ اللَّهُ بِأَعْلَمَ بِمَا فِي صُدُورِ الْعَالَمِينَ
Namoota irraa nama “Rabbitti amanneerra” jedhaa yeroo karaa Rabbii keessatti rakkifame, rakkina namni isa irratti raawwatu akka adabbii Rabbii taasisutu jiraYoo injifannoon Rabbii kee irraa dhufes dhugumatti “nuti isinii wajjin turre” jedhuSila Allaahn waan qoma aalamaa keessa jiru akkaan beekaa hin taanee
11وَلَيَعْلَمَنَّ اللَّهُ الَّذِينَ آمَنُوا وَلَيَعْلَمَنَّ الْمُنَافِقِينَ
Dugumatti Allaahn warra amanan ni beekaMunaafiqootas ni beeka
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 9

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan amananii gaggaarii hojjatan, namoota gaggaarii keessa isaan galchina

Suuratu Aayah 9/69 — Suuratu Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Ankabut Caqasi, Suuratu Al-'Ankabut Hiikkaa, Suuratu Al-'Ankabut mp3, Suuratu Al-'Ankabut pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers