Aal-Imran · 129/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ يَغْفِرُ لِمَن يَشَاءُ وَيُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝١٢٩
Wa lilaahi maa fissamaawaati wa maa fil-ard; yaghfiru limai-yashaaa`u wa yu`azzibu mai-yashaaa`; wallaahu Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Wantoonni samii keessa jiraniifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan Rabbiiti(Inni) nama fedheef ni araarama; nama fedhe immoo ni adabaRabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 127-131 — Suuratu Aal-Imran

127لِيَقْطَعَ طَرَفًا مِّنَ الَّذِينَ كَفَرُوا أَوْ يَكْبِتَهُمْ فَيَنقَلِبُوا خَائِبِينَ
Akka xiqqaatanii deebi’aniif Isaan kafaran irraa garii balleessuuf yookiin isaan salphisuuf (kana godhe)
128لَيْسَ لَكَ مِنَ الْأَمْرِ شَيْءٌ أَوْ يَتُوبَ عَلَيْهِمْ أَوْ يُعَذِّبَهُمْ فَإِنَّهُمْ ظَالِمُونَ
Hanga Rabbiin toobaa isaanii qeebalutti yookiin waan isaan miidhaa raawwattoota taaniif isaan adabutti siif murtiin homaayyuu hin jiru
129وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ يَغْفِرُ لِمَن يَشَاءُ وَيُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Wantoonni samii keessa jiraniifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan Rabbiiti(Inni) nama fedheef ni araarama; nama fedhe immoo ni adabaRabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha
130يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا الرِّبَا أَضْعَافًا مُّضَاعَفَةً ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa tae hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa
131وَاتَّقُوا النَّارَ الَّتِي أُعِدَّتْ لِلْكَافِرِينَ
Ibidda kaafirootaaf qopheeffamte san sodaadhaa
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
129Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 129

Suuratu Aal-Imran Aayah 129 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wantoonni samii keessa jiraniifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan…

Suuratu Aayah 129/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 127–131. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers