Aal-Imran · 130/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا الرِّبَا أَضْعَافًا مُّضَاعَفَةً ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ ۝١٣٠
Yaaa ayyuhal lazeena aamanoo la taakuhur ribaaa ad`aafam mudaa`afatanw wattaqul laaha la`allakum tuflihoon
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa tae hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 128-132 — Aal-Imran

128لَيْسَ لَكَ مِنَ الْأَمْرِ شَيْءٌ أَوْ يَتُوبَ عَلَيْهِمْ أَوْ يُعَذِّبَهُمْ فَإِنَّهُمْ ظَالِمُونَ
Hanga Rabbiin toobaa isaanii qeebalutti yookiin waan isaan miidhaa raawwattoota taaniif isaan adabutti siif murtiin homaayyuu hin jiru
129وَلِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ يَغْفِرُ لِمَن يَشَاءُ وَيُعَذِّبُ مَن يَشَاءُ ۚ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Wantoonni samii keessa jiraniifi wantoonni dachii keessa jiran (hundi) kan Rabbiiti(Inni) nama fedheef ni araarama; nama fedhe immoo ni adabaRabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha
130يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا الرِّبَا أَضْعَافًا مُّضَاعَفَةً ۖ وَاتَّقُوا اللَّهَ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa tae hin nyaatinaaAkka milkooftaniif jechas Rabbiin sodaadhaa
131وَاتَّقُوا النَّارَ الَّتِي أُعِدَّتْ لِلْكَافِرِينَ
Ibidda kaafirootaaf qopheeffamte san sodaadhaa
132وَأَطِيعُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ لَعَلَّكُمْ تُرْحَمُونَ
Akka mararfatamtaniif jecha Rabbiifi ergamichaaf ajajamaa
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
130Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 130

Suuratu Aal-Imran Aayah 130 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! dhala dachaalee dachaafamaa tae hin nyaatinaaAkka milkooftaniif…

Suuratu Aayah 130/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 128–132. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers