Aal-Imran · 183/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ عَهِدَ إِلَيْنَا أَلَّا نُؤْمِنَ لِرَسُولٍ حَتَّىٰ يَأْتِيَنَا بِقُرْبَانٍ تَأْكُلُهُ النَّارُ ۗ قُلْ قَدْ جَاءَكُمْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِي بِالْبَيِّنَاتِ وَبِالَّذِي قُلْتُمْ فَلِمَ قَتَلْتُمُوهُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ١٨٣
Transliteration
Allazeena qaalooo innal laaha `ahida ilainaaa allaa nu`mina liRasoolin hatta yaa tiyanaa biqurbaanin taa kuluhun naar; qul qad jaaa`akum Rusulum min qablee bilbaiyinaati wa billazee qultum falima qataltumoohum in kuntum saadiqeen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
(Isaan) warra “hanga inni kennaa (qurbaana) ibiddi nyaatuun nutti dhufutti akka ergamaa kamittiyyuu hin amanne Rabbiin nu ajajeera” jedhaniidha“Dhugumatti ana duras ergamtoonni ragoota ifa ta’aniifi isa isin jettaniinis isinitti dhufanii jiruYoo kan dhugaa jettan taataniif maaliif isaan ajjeeftan?” jedhi
🎧 Caqasi
📜 Aayah 181-185 — Suuratu Aal-Imran
181لَّقَدْ سَمِعَ اللَّهُ قَوْلَ الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ فَقِيرٌ وَنَحْنُ أَغْنِيَاءُ ۘ سَنَكْتُبُ مَا قَالُوا وَقَتْلَهُمُ الْأَنبِيَاءَ بِغَيْرِ حَقٍّ وَنَقُولُ ذُوقُوا عَذَابَ الْحَرِيقِ
Dhugumatti Rabbiin jecha warra “Rabbiin hiyyeessa; nuti dureeyyiidha” jedhanii dhagayeeraWaan isaan jedhaniifi ajjeechaa isaan nabiyyoota irratti haqaan ala raawwatanis ni barreessina“Adaba (ibidda) gubaas dhandhamaa” isaaniin jenna
182ذَٰلِكَ بِمَا قَدَّمَتْ أَيْدِيكُمْ وَأَنَّ اللَّهَ لَيْسَ بِظَلَّامٍ لِّلْعَبِيدِ
Sun sababaa waan harki keessan dabarfatteefi Rabbiinis gabroota kan miidhu tauu dhabuu isaatiini
183الَّذِينَ قَالُوا إِنَّ اللَّهَ عَهِدَ إِلَيْنَا أَلَّا نُؤْمِنَ لِرَسُولٍ حَتَّىٰ يَأْتِيَنَا بِقُرْبَانٍ تَأْكُلُهُ النَّارُ ۗ قُلْ قَدْ جَاءَكُمْ رُسُلٌ مِّن قَبْلِي بِالْبَيِّنَاتِ وَبِالَّذِي قُلْتُمْ فَلِمَ قَتَلْتُمُوهُمْ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
(Isaan) warra “hanga inni kennaa (qurbaana) ibiddi nyaatuun nutti dhufutti akka ergamaa kamittiyyuu hin amanne Rabbiin nu ajajeera” jedhaniidha“Dhugumatti ana duras ergamtoonni ragoota ifa ta’aniifi isa isin jettaniinis isinitti dhufanii jiruYoo kan dhugaa jettan taataniif maaliif isaan ajjeeftan?” jedhi
184فَإِن كَذَّبُوكَ فَقَدْ كُذِّبَ رُسُلٌ مِّن قَبْلِكَ جَاءُوا بِالْبَيِّنَاتِ وَالزُّبُرِ وَالْكِتَابِ الْمُنِيرِ
Yoo si kijibsiisaniif, ergamtoonni si duraa kan ragoota ifa ta’an, xalayaafi kitaaba ibsaa taeen dhufanis kijibsiifamanii jiru
185كُلُّ نَفْسٍ ذَائِقَةُ الْمَوْتِ ۗ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۖ فَمَن زُحْزِحَ عَنِ النَّارِ وَأُدْخِلَ الْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ ۗ وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا مَتَاعُ الْغُرُورِ
Lubbuun hundi du’a dhandhamtuudhaMindaawwan keessanis guutummaatti kan argattan Guyyaa QiyaamatiNamni ibidda irraa fageeffamee jannata seensifame, dhugumatti milkaayeeraJireenyi addunyaas meeshaa gowwoomsaa qofa
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
183Aayah
Hiikkaa — Aal-Imran 183
Suuratu Aal-Imran Aayah 183 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaan) warra “hanga inni kennaa (qurbaana) ibiddi nyaatuun nutti dhufutti…Suuratu Aayah 183/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 181–185. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Monday, September 7, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








