Aal-Imran · 71/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لِمَ تَلْبِسُونَ الْحَقَّ بِالْبَاطِلِ وَتَكْتُمُونَ الْحَقَّ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ ۝٧١
Yaaa Ahalal Kitaabi lima talbisoonal haqqa bilbaatili wa taktumoonal haqqa wa antum ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra kitaabaa! maaliif dhugaa sobaan walitti maktanii odoo beektanuu dhugaa dhoksitu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 69-73 — Aal-Imran

69وَدَّت طَّائِفَةٌ مِّنْ أَهْلِ الْكِتَابِ لَوْ يُضِلُّونَكُمْ وَمَا يُضِلُّونَ إِلَّا أَنفُسَهُمْ وَمَا يَشْعُرُونَ
Gareen warra kitaabaa irraa taate tokko isin jallisuu jaalatteLubbuu isaanii malee homaa hin jallisanu; garuu isaan hin beekanu
70يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لِمَ تَكْفُرُونَ بِآيَاتِ اللَّهِ وَأَنتُمْ تَشْهَدُونَ
Yaa warra kitaabaa! odoo beektanuu maaliif keyyattoota Rabbiitti kafartu
71يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لِمَ تَلْبِسُونَ الْحَقَّ بِالْبَاطِلِ وَتَكْتُمُونَ الْحَقَّ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ
Yaa warra kitaabaa! maaliif dhugaa sobaan walitti maktanii odoo beektanuu dhugaa dhoksitu
72وَقَالَت طَّائِفَةٌ مِّنْ أَهْلِ الْكِتَابِ آمِنُوا بِالَّذِي أُنزِلَ عَلَى الَّذِينَ آمَنُوا وَجْهَ النَّهَارِ وَاكْفُرُوا آخِرَهُ لَعَلَّهُمْ يَرْجِعُونَ
Gareen warra kitaabaa irraa taate tokkos ni jette: “jalqaba guyyaa isa warra amanan irratti bu’etti amanaaAkka isaan [Islaama] irraa deebi’aniif jecha dhuma guyyaa immoo itti kafaraa
73وَلَا تُؤْمِنُوا إِلَّا لِمَن تَبِعَ دِينَكُمْ قُلْ إِنَّ الْهُدَىٰ هُدَى اللَّهِ أَن يُؤْتَىٰ أَحَدٌ مِّثْلَ مَا أُوتِيتُمْ أَوْ يُحَاجُّوكُمْ عِندَ رَبِّكُمْ ۗ قُلْ إِنَّ الْفَضْلَ بِيَدِ اللَّهِ يُؤْتِيهِ مَن يَشَاءُ ۗ وَاللَّهُ وَاسِعٌ عَلِيمٌ
Tokkoon namaa fakkii waan isin fudhattanii fudhachuu yookiin kan Rabbii keessan biratti ittiin isin falman ta’uu warra amantii keessan hordofeef malee hin amaninaa (ifa hin baasinaa)(Yaa Muhammad SAW) “qajeelfamichis qajeelfama Rabbiiti" jedhi“Tolli (Islaamummaa) harka Rabbiiti; abbaa fedheef isa kenna” jedhiRabbiin (kenni isaa) bal’aa, beekaadha
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 71

Suuratu Aal-Imran Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra kitaabaa! maaliif dhugaa sobaan walitti maktanii odoo beektanuu…

Suuratu Aayah 71/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers