Yasin · 56/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ ۝٥٦
Hum wa azwaajuhum fee zilaalin `alal araaa`iki muttaki`oon
📖 Afaan Oromoon
Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 54-58 — Suuratu Yasin

54فَالْيَوْمَ لَا تُظْلَمُ نَفْسٌ شَيْئًا وَلَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
“Har’a lubbuun kamillee homaa hin miidhamtuWaan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtanu” isaaniin jedhama
55إِنَّ أَصْحَابَ الْجَنَّةِ الْيَوْمَ فِي شُغُلٍ فَاكِهُونَ
Dhugumatti, warri jannataa har’a dalagaan qabamanii gammachuun guutamu
56هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu
57لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira
58سَلَامٌ قَوْلًا مِّن رَّبٍّ رَّحِيمٍ
Salaamtaan Rabbii abbaa rahmataa irraa isaaniin jedhama
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
56Aayah

Hiikkaa — Yasin 56

Suuratu Yasin Aayah 56 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu

Suuratu Aayah 56/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 54–58. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers