Yasin · 55/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
إِنَّ أَصْحَابَ الْجَنَّةِ الْيَوْمَ فِي شُغُلٍ فَاكِهُونَ ۝٥٥
Inna Ashaabal jannatil Yawma fee shughulin faakihoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, warri jannataa har’a dalagaan qabamanii gammachuun guutamu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 53-57 — Yasin

53إِن كَانَتْ إِلَّا صَيْحَةً وَاحِدَةً فَإِذَا هُمْ جَمِيعٌ لَّدَيْنَا مُحْضَرُونَ
Isheen afuuffii tokko malee waan biraatii mitiYeroo san isaan hundi nu bira fidaman
54فَالْيَوْمَ لَا تُظْلَمُ نَفْسٌ شَيْئًا وَلَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
“Har’a lubbuun kamillee homaa hin miidhamtuWaan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtanu” isaaniin jedhama
55إِنَّ أَصْحَابَ الْجَنَّةِ الْيَوْمَ فِي شُغُلٍ فَاكِهُونَ
Dhugumatti, warri jannataa har’a dalagaan qabamanii gammachuun guutamu
56هُمْ وَأَزْوَاجُهُمْ فِي ظِلَالٍ عَلَى الْأَرَائِكِ مُتَّكِئُونَ
Isaaniifi niitiiwwan isaaniis gaaddisa keessa, sireewwan irratti hirkatu
57لَهُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ وَلَهُم مَّا يَدَّعُونَ
Isaaniif ishee keessatti fuduraaleetu jiraWanti isaan kadhatan hunduu isaaniif jira
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — Yasin 55

Suuratu Yasin Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, warri jannataa har’a dalagaan qabamanii gammachuun guutamu

Suuratu Aayah 55/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers