As-Saffat · 113/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ ۝١١٣
Wa baaraknaa `alaihi wa `alaaa Ishaaq; wa min zurriyya tihimaa muhsinunw wa zaalimul linafshihee mubeen
📖 Afaan Oromoon
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 111-115 — Suuratu As-Saffat

111إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
112وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne
113وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira
114وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra
115وَنَجَّيْنَاهُمَا وَقَوْمَهُمَا مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
113Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 113

Suuratu As-Saffat Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama…

Suuratu Aayah 113/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers