As-Saffat · 112/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ ۝١١٢
Wa bashsharnaahu bi Ishaaqa Nabiyayam minas saaliheen
📖 Afaan Oromoon
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 110-114 — As-Saffat

110كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Akka kanatti toltuu hojjattoota mindaa isaaniif kennina
111إِنَّهُ مِنْ عِبَادِنَا الْمُؤْمِنِينَ
Inni gabroota keenya mu’uminootaa irraayi
112وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne
113وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira
114وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
112Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 112

Suuratu As-Saffat Aayah 112 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne

Suuratu Aayah 112/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 110–114. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers