As-Saffat · 114/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ ۝١١٤
Wa laqad mananna alaa Moosaa wa Haaroon
📖 Afaan Oromoon
Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 112-116 — Suuratu As-Saffat

112وَبَشَّرْنَاهُ بِإِسْحَاقَ نَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiin, nabiyyii warra gaggaarii irraa ta’een isa gammachiifne
113وَبَارَكْنَا عَلَيْهِ وَعَلَىٰ إِسْحَاقَ ۚ وَمِن ذُرِّيَّتِهِمَا مُحْسِنٌ وَظَالِمٌ لِّنَفْسِهِ مُبِينٌ
Isa irrattiifi Is-haaq irrattis barakaa gooneSanyii isaan lamaanii irraa nama toltuu hojjatuufi kan lubbuu isaa miidhaa ifa ta’etu jira
114وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra
115وَنَجَّيْنَاهُمَا وَقَوْمَهُمَا مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Isaan lamaaniifi ummata isaanis rakkina guddaa irraa baraarsinee jirra
116وَنَصَرْنَاهُمْ فَكَانُوا هُمُ الْغَالِبِينَ
Isaan tumsinee, isaanumatu injifattoota ta’ani
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
114Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 114

Suuratu As-Saffat Aayah 114 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muusaafi Haaruun irrattis dhugumatti tola oollee jirra

Suuratu Aayah 114/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 112–116. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers