As-Saffat · 153/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَصْطَفَى الْبَنَاتِ عَلَى الْبَنِينَ ۝١٥٣
Astafal banaati `alal baneen
📖 Afaan Oromoon
Sila Inni ilmaan dubaraati ilmaan dhiiraa irra filatee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 151-155 — Suuratu As-Saffat

151أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu
152وَلَدَ اللَّهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
“Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha
153أَصْطَفَى الْبَنَاتِ عَلَى الْبَنِينَ
Sila Inni ilmaan dubaraati ilmaan dhiiraa irra filatee
154مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maal taatan? Akkamitti murteessitan
155أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila hin gorfamtanuu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
153Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 153

Suuratu As-Saffat Aayah 153 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Inni ilmaan dubaraati ilmaan dhiiraa irra filatee

Suuratu Aayah 153/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 151–155. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers