As-Saffat · 38/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ ۝٣٨
Innakum lazaaa`iqul `azaabil aleem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — As-Saffat

36وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
37بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse
38إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu
39وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan
40إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 38

Suuratu As-Saffat Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu

Suuratu Aayah 38/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers