As-Saffat · 37/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ ۝٣٧
bal jaaa`a bilhaqqi wa saddaqal mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu As-Saffat

35إِنَّهُمْ كَانُوا إِذَا قِيلَ لَهُمْ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ يَسْتَكْبِرُونَ
Dhugumatti, isaan yeroo “Rabbiin malee gabbaramaan dhugaa hin jiru” isaanin jedhamu ni boonu
36وَيَقُولُونَ أَئِنَّا لَتَارِكُو آلِهَتِنَا لِشَاعِرٍ مَّجْنُونٍ
“Sila nuti weellisaa maraataa (kanaaf) gabbaramtoota keenya dhiifnaa?” jedhu
37بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse
38إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu
39وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 37

Suuratu As-Saffat Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse

Suuratu Aayah 37/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers