As-Saffat · 39/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ ۝٣٩
Wa maa tujzawna illaa maa kuntum ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu As-Saffat

37بَلْ جَاءَ بِالْحَقِّ وَصَدَّقَ الْمُرْسَلِينَ
Lakki! Inni dhugaan dhufeeti ergamtootas dhugoomse
38إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu
39وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan
40إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun
41أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 39

Suuratu As-Saffat Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan

Suuratu Aayah 39/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers