As-Saffat · 40/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ ۝٤٠
Illaa `ibaadal laahil mukhlaseen
📖 Afaan Oromoon
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu As-Saffat

38إِنَّكُمْ لَذَائِقُو الْعَذَابِ الْأَلِيمِ
Dhugumatti, isin adabbii laalessaa dhandhamuuf jirtu
39وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan
40إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun
41أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira
42فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 40

Suuratu As-Saffat Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun

Suuratu Aayah 40/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers