As-Saffat · 60/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ ۝٦٠
Inna haazaa falya`ma lil`aamiloon
📖 Afaan Oromoon
Kun isumatu milkii guddaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 58-62 — Suuratu As-Saffat

58أَفَمَا نَحْنُ بِمَيِّتِينَ
(Warri jannataa ni jedhu): “sila nuti lamuu wahii duunaa
59إِلَّا مَوْتَتَنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Du’a keenya kan jalqabaa malee; nuti adabamoos miti.”
60إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Kun isumatu milkii guddaadha
61لِمِثْلِ هَٰذَا فَلْيَعْمَلِ الْعَامِلُونَ
Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu
62أَذَٰلِكَ خَيْرٌ نُّزُلًا أَمْ شَجَرَةُ الزَّقُّومِ
Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
60Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 60

Suuratu As-Saffat Aayah 60 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun isumatu milkii guddaadha

Suuratu Aayah 60/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 58–62. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers