As-Saffat · 61/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
لِمِثْلِ هَٰذَا فَلْيَعْمَلِ الْعَامِلُونَ ۝٦١
Limisli haaza falya`ma lil `aamiloon
📖 Afaan Oromoon
Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 59-63 — Suuratu As-Saffat

59إِلَّا مَوْتَتَنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Du’a keenya kan jalqabaa malee; nuti adabamoos miti.”
60إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Kun isumatu milkii guddaadha
61لِمِثْلِ هَٰذَا فَلْيَعْمَلِ الْعَامِلُونَ
Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu
62أَذَٰلِكَ خَيْرٌ نُّزُلًا أَمْ شَجَرَةُ الزَّقُّومِ
Qubannaaf sanatu caala moo, (muka hadhaawaa) zaqquumtu caala
63إِنَّا جَعَلْنَاهَا فِتْنَةً لِّلظَّالِمِينَ
Dhugumatti Nuti miidhaa raawwattootaaf mokkoroo ishee taasifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
61Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 61

Suuratu As-Saffat Aayah 61 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fakkaataa kanaatiif hojjattoonni haa hojjatanu

Suuratu Aayah 61/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 59–63. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers