As-Saffat · 9/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ ۝٩
Duhooranw wa lahum `azaabunw waasib
📖 Afaan Oromoon
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu As-Saffat

7وَحِفْظًا مِّن كُلِّ شَيْطَانٍ مَّارِدٍ
Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)
8لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman
9دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira
10إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee
11فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 9

Suuratu As-Saffat Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira

Suuratu Aayah 9/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers