As-Saffat · 10/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ ۝١٠
Illaa man khatifal khatfata fa atba`ahoo shihaabun saaqib
📖 Afaan Oromoon
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu As-Saffat

8لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman
9دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira
10إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee
11فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne
12بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 10

Suuratu As-Saffat Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee

Suuratu Aayah 10/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers