As-Saffat · 8/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ ۝٨
Laa yassamma `oona ilal mala il a`alaa wa yuqzafoona min kulli jaanib
📖 Afaan Oromoon
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu As-Saffat

6إِنَّا زَيَّنَّا السَّمَاءَ الدُّنْيَا بِزِينَةٍ الْكَوَاكِبِ
Dhugumatti, Nuti samii addunyaa faaya urjiitiin miidhagsineerra
7وَحِفْظًا مِّن كُلِّ شَيْطَانٍ مَّارِدٍ
Sheyxaana fincilaa ta’e hunda irraas tiksuu (tiksineerra)
8لَّا يَسَّمَّعُونَ إِلَى الْمَلَإِ الْأَعْلَىٰ وَيُقْذَفُونَ مِن كُلِّ جَانِبٍ
Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman
9دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira
10إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 8

Suuratu As-Saffat Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara garee ol aanaa hin dhaggeeffachiifamanuGama hunda irraa (urjiin) darbataman

Suuratu Aayah 8/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers