An-Nisa · 142/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
إِنَّ الْمُنَافِقِينَ يُخَادِعُونَ اللَّهَ وَهُوَ خَادِعُهُمْ وَإِذَا قَامُوا إِلَى الصَّلَاةِ قَامُوا كُسَالَىٰ يُرَاءُونَ النَّاسَ وَلَا يَذْكُرُونَ اللَّهَ إِلَّا قَلِيلًا ۝١٤٢
Innal munaafiqeena yukhaadi`oonal laaha wa huwa khaadi`uhum wa izaa qaamooo ilas Salaati qaamoo kusaalaa yuraaa`oonan naasa wa laa yazkuroonal laaha illaa qaleelaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti munaafiqoonni Rabbiin ganuInnis (mindaa dalagaa isaaniitiif) ganaa isaaniitiYeroo gara salaataa kaanis, taatiyaahaa, nama argisiifataa dhaabbatuXiqqoo malee Rabbiin hin faarsanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 140-144 — An-Nisa

140وَقَدْ نَزَّلَ عَلَيْكُمْ فِي الْكِتَابِ أَنْ إِذَا سَمِعْتُمْ آيَاتِ اللَّهِ يُكْفَرُ بِهَا وَيُسْتَهْزَأُ بِهَا فَلَا تَقْعُدُوا مَعَهُمْ حَتَّىٰ يَخُوضُوا فِي حَدِيثٍ غَيْرِهِ ۚ إِنَّكُمْ إِذًا مِّثْلُهُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ جَامِعُ الْمُنَافِقِينَ وَالْكَافِرِينَ فِي جَهَنَّمَ جَمِيعًا
Dhugumatti, kitaaba keessatti “yeroo keeyyattoota Rabbii kan isaanitti kafaramuufi isaanitti qoofamu dhageessan, hanga isaan haasa’a biraa keessa seenanitti isaan waliin hin taa’inaa” jechuun (Rabbiin) isin irratti buuseeraYoos isinis fakkaattota isaaniitiDhugumatti, Rabbiin munaafiqootaafi kaafiroota jahannam keessatti walitti qabaadha
141الَّذِينَ يَتَرَبَّصُونَ بِكُمْ فَإِن كَانَ لَكُمْ فَتْحٌ مِّنَ اللَّهِ قَالُوا أَلَمْ نَكُن مَّعَكُمْ وَإِن كَانَ لِلْكَافِرِينَ نَصِيبٌ قَالُوا أَلَمْ نَسْتَحْوِذْ عَلَيْكُمْ وَنَمْنَعْكُم مِّنَ الْمُؤْمِنِينَ ۚ فَاللَّهُ يَحْكُمُ بَيْنَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۗ وَلَن يَجْعَلَ اللَّهُ لِلْكَافِرِينَ عَلَى الْمُؤْمِنِينَ سَبِيلًا
(Isaan) warra hamtuu isinitti eeganuudhaYoo injifannoon Rabbi irraa isiniif ta’e “nuti isinii wajjiin hin turree?” jedhuYoo carraan kaafirootaf ta’e immoo “sila nuti isin irratti akkaan hin hoggannee? Mu’uminoota isin irraa hin dhorginee?” jedhuRabbiin Guyyaa Qiyaamaa gidduu keessanitti ni murteessaRabbiin kaafirootaaf mu’uminoota irratti karaa hin godhu
142إِنَّ الْمُنَافِقِينَ يُخَادِعُونَ اللَّهَ وَهُوَ خَادِعُهُمْ وَإِذَا قَامُوا إِلَى الصَّلَاةِ قَامُوا كُسَالَىٰ يُرَاءُونَ النَّاسَ وَلَا يَذْكُرُونَ اللَّهَ إِلَّا قَلِيلًا
Dhugumatti munaafiqoonni Rabbiin ganuInnis (mindaa dalagaa isaaniitiif) ganaa isaaniitiYeroo gara salaataa kaanis, taatiyaahaa, nama argisiifataa dhaabbatuXiqqoo malee Rabbiin hin faarsanu
143مُّذَبْذَبِينَ بَيْنَ ذَٰلِكَ لَا إِلَىٰ هَٰؤُلَاءِ وَلَا إِلَىٰ هَٰؤُلَاءِ ۚ وَمَن يُضْلِلِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ سَبِيلًا
Gidduu kanatti dhamaoo taanii gara isaan kanaas miti; gara isaan sanaas mitiNama Rabbiin jallise, karaa (qajeelumaa) isaaf hin argitu
144يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَتَّخِذُوا الْكَافِرِينَ أَوْلِيَاءَ مِن دُونِ الْمُؤْمِنِينَ ۚ أَتُرِيدُونَ أَن تَجْعَلُوا لِلَّهِ عَلَيْكُمْ سُلْطَانًا مُّبِينًا
Yaa warra amantan! Mu’uminootaa gaditti kaafiroota jaalallee hin taasifatinaaSila isin irratti Rabbiif ragaa ifa ta’e taasisuu feetuu
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
142Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 142

Suuratu An-Nisa Aayah 142 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti munaafiqoonni Rabbiin ganuInnis (mindaa dalagaa isaaniitiif) ganaa isaaniitiYeroo gara…

Suuratu Aayah 142/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 140–144. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers