An-Nisa · 28/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
يُرِيدُ اللَّهُ أَن يُخَفِّفَ عَنكُمْ ۚ وَخُلِقَ الْإِنسَانُ ضَعِيفًا ۝٢٨
Yureedul laahu ai yukhaffifa `ankum; wa khuliqal insaanu da`eefaa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin isin irraa salphisuu fedhaIlmi namaa dadhabaa ta’ee uumame

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu An-Nisa

26يُرِيدُ اللَّهُ لِيُبَيِّنَ لَكُمْ وَيَهْدِيَكُمْ سُنَنَ الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ وَيَتُوبَ عَلَيْكُمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Rabbiin (waan eeyyamamaafi dhorgamaa ta’an) isiniif ibsuu, karaa warra isin dura turanii isin qajeelchuufi tawbaa keessan qeebaluu fedhaRabbiin beekaa, ogeessasi
27وَاللَّهُ يُرِيدُ أَن يَتُوبَ عَلَيْكُمْ وَيُرِيدُ الَّذِينَ يَتَّبِعُونَ الشَّهَوَاتِ أَن تَمِيلُوا مَيْلًا عَظِيمًا
Rabbiin tawbaa keessan qeebaluu fedhaWarri fedha lubbuu isaanii hordofan immoo isin jallina guddaa jallachuu fedhu
28يُرِيدُ اللَّهُ أَن يُخَفِّفَ عَنكُمْ ۚ وَخُلِقَ الْإِنسَانُ ضَعِيفًا
Rabbiin isin irraa salphisuu fedhaIlmi namaa dadhabaa ta’ee uumame
29يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا أَمْوَالَكُم بَيْنَكُم بِالْبَاطِلِ إِلَّا أَن تَكُونَ تِجَارَةً عَن تَرَاضٍ مِّنكُمْ ۚ وَلَا تَقْتُلُوا أَنفُسَكُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ كَانَ بِكُمْ رَحِيمًا
Yaa warra amantan! Yoo daldala jaalala keessan irraa taeen malee qabeenya keessan gidduu keessanitti kijibaan hin nyaatinaaLubbuu keessanis hin ajjeesinaaDhugumatti Rabbiin isin mararfataadha
30وَمَن يَفْعَلْ ذَٰلِكَ عُدْوَانًا وَظُلْمًا فَسَوْفَ نُصْلِيهِ نَارًا ۚ وَكَانَ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرًا
Namni daangaa dabruufi miidhaaf kana dalage, fuulduratti ibidda isa seensifnaKunis Rabbirratti salphaadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 28

Suuratu An-Nisa Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin isin irraa salphisuu fedhaIlmi namaa dadhabaa ta’ee uumame

Suuratu Aayah 28/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers