An-Nisa · 27/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
وَاللَّهُ يُرِيدُ أَن يَتُوبَ عَلَيْكُمْ وَيُرِيدُ الَّذِينَ يَتَّبِعُونَ الشَّهَوَاتِ أَن تَمِيلُوا مَيْلًا عَظِيمًا ۝٢٧
Wallaahu yureedu ai yatooba `alaikum wa yureedul lazeena yattabi `oonash shahawaati an tameeloo mailan `azeemaa
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin tawbaa keessan qeebaluu fedhaWarri fedha lubbuu isaanii hordofan immoo isin jallina guddaa jallachuu fedhu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 25-29 — An-Nisa

25وَمَن لَّمْ يَسْتَطِعْ مِنكُمْ طَوْلًا أَن يَنكِحَ الْمُحْصَنَاتِ الْمُؤْمِنَاتِ فَمِن مَّا مَلَكَتْ أَيْمَانُكُم مِّن فَتَيَاتِكُمُ الْمُؤْمِنَاتِ ۚ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِإِيمَانِكُم ۚ بَعْضُكُم مِّن بَعْضٍ ۚ فَانكِحُوهُنَّ بِإِذْنِ أَهْلِهِنَّ وَآتُوهُنَّ أُجُورَهُنَّ بِالْمَعْرُوفِ مُحْصَنَاتٍ غَيْرَ مُسَافِحَاتٍ وَلَا مُتَّخِذَاتِ أَخْدَانٍ ۚ فَإِذَا أُحْصِنَّ فَإِنْ أَتَيْنَ بِفَاحِشَةٍ فَعَلَيْهِنَّ نِصْفُ مَا عَلَى الْمُحْصَنَاتِ مِنَ الْعَذَابِ ۚ ذَٰلِكَ لِمَنْ خَشِيَ الْعَنَتَ مِنكُمْ ۚ وَأَن تَصْبِرُوا خَيْرٌ لَّكُمْ ۗ وَاللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Isin irraa namni (dubartoota) tikfamoo mu’umina ta’an fuuchuu qabeenyaan hin danda’in, shamarran mu’umina ta’an kan harki keessan dhuunfatte irraa (haa fuudhanu)Rabbiinis irra beekaa iimaana keessaniitiGariin keessan garii irraayyiEeyyama warra isaaniitiin isaan fuudhaaMahrii isaaniis haala gaarii ta’een isaaniif kennaaTikfamtuu taanii, sagaagalummaa kan hin raawwanneefi kan hiriyaa dhiiraa hin qabne taanii (fuudhaa)Yoo yeroo heeruman hojii fokkataa raawwatan, adabbii irraa walakkaa kan isaan walaba ta’an irra jiruutu isaan irra jiraKun isin irraa nama zinaa sodaateefi; obsuutu immoo isiniif caalaRabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
26يُرِيدُ اللَّهُ لِيُبَيِّنَ لَكُمْ وَيَهْدِيَكُمْ سُنَنَ الَّذِينَ مِن قَبْلِكُمْ وَيَتُوبَ عَلَيْكُمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Rabbiin (waan eeyyamamaafi dhorgamaa ta’an) isiniif ibsuu, karaa warra isin dura turanii isin qajeelchuufi tawbaa keessan qeebaluu fedhaRabbiin beekaa, ogeessasi
27وَاللَّهُ يُرِيدُ أَن يَتُوبَ عَلَيْكُمْ وَيُرِيدُ الَّذِينَ يَتَّبِعُونَ الشَّهَوَاتِ أَن تَمِيلُوا مَيْلًا عَظِيمًا
Rabbiin tawbaa keessan qeebaluu fedhaWarri fedha lubbuu isaanii hordofan immoo isin jallina guddaa jallachuu fedhu
28يُرِيدُ اللَّهُ أَن يُخَفِّفَ عَنكُمْ ۚ وَخُلِقَ الْإِنسَانُ ضَعِيفًا
Rabbiin isin irraa salphisuu fedhaIlmi namaa dadhabaa ta’ee uumame
29يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَأْكُلُوا أَمْوَالَكُم بَيْنَكُم بِالْبَاطِلِ إِلَّا أَن تَكُونَ تِجَارَةً عَن تَرَاضٍ مِّنكُمْ ۚ وَلَا تَقْتُلُوا أَنفُسَكُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ كَانَ بِكُمْ رَحِيمًا
Yaa warra amantan! Yoo daldala jaalala keessan irraa taeen malee qabeenya keessan gidduu keessanitti kijibaan hin nyaatinaaLubbuu keessanis hin ajjeesinaaDhugumatti Rabbiin isin mararfataadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 27

Suuratu An-Nisa Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin tawbaa keessan qeebaluu fedhaWarri fedha lubbuu isaanii hordofan immoo…

Suuratu Aayah 27/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers