Ash-Shura · 3/53
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shura
كَذَٰلِكَ يُوحِي إِلَيْكَ وَإِلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكَ اللَّهُ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝٣
Kazaalika yooheee ilaika wa ilal lazeena min qablikal laahul `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Akka kanaan Rabbiin injifataa ogeessa ta’e gara keetiifi gara isaan siin duraa wahyii godha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Ash-Shura

1حم
Haa Miim
2عسق
Ayn Siin Qaaf
3كَذَٰلِكَ يُوحِي إِلَيْكَ وَإِلَى الَّذِينَ مِن قَبْلِكَ اللَّهُ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Akka kanaan Rabbiin injifataa ogeessa ta’e gara keetiifi gara isaan siin duraa wahyii godha
4لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۖ وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ
Wanti samiifi wanti dachii keessaa hundi kan IsaatiInni ol ta’aa, guddaadha
5تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِن فَوْقِهِنَّ ۚ وَالْمَلَائِكَةُ يُسَبِّحُونَ بِحَمْدِ رَبِّهِمْ وَيَسْتَغْفِرُونَ لِمَن فِي الْأَرْضِ ۗ أَلَا إِنَّ اللَّهَ هُوَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
Samiin (torban) wal gubbaa baqaquutti dhihaattiMaleeykonni faaruu Gooftaa isaaniitiin Isa qulqulleessuNama dachii keessa jiruufis araarama kadhatuDhaga’aa! Dhugumatti, Rabbiin Isumatu araaramaa, rahmata godhaadha
Ash-ShuraTarreeffama Qur'ana
53Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Ash-Shura 3

Suuratu Ash-Shura Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanaan Rabbiin injifataa ogeessa ta’e gara keetiifi gara isaan…

Suuratu Aayah 3/53 — Suuratu Ash-Shura الشورى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shura Caqasi, Suuratu Ash-Shura Hiikkaa, Suuratu Ash-Shura mp3, Suuratu Ash-Shura pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers