Az-Zukhruf · 5/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
أَفَنَضْرِبُ عَنكُمُ الذِّكْرَ صَفْحًا أَن كُنتُمْ قَوْمًا مُّسْرِفِينَ ۝٥
Afanadribu `ankumuz Zikra safhan an kuntum qawmam musrifeen
📖 Afaan Oromoon
Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Az-Zukhruf

3إِنَّا جَعَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Akka isin hubattaniif Nuti Qur’aana Arabiffaa isa taasifne
4وَإِنَّهُ فِي أُمِّ الْكِتَابِ لَدَيْنَا لَعَلِيٌّ حَكِيمٌ
Inni haadha kitaabaa ol aanaa ogummaan guutamee Nu bira jiru keessatti argama
5أَفَنَضْرِبُ عَنكُمُ الذِّكْرَ صَفْحًا أَن كُنتُمْ قَوْمًا مُّسْرِفِينَ
Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa
6وَكَمْ أَرْسَلْنَا مِن نَّبِيٍّ فِي الْأَوَّلِينَ
Warra duraa keessattis nabiyyoota meeqaatama erginee jirra
7وَمَا يَأْتِيهِم مِّن نَّبِيٍّ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Nabiyyiin tokkollee isaanitti dhufee yoo itti qishinan (baacan) malee hin hafne
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 5

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummata daangaa dabritoota waan taataniif gorsa isin irraa dabsinaa

Suuratu Aayah 5/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers