Ad-Dukhan · 41/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ ۝٤١
Yawma laa yughnee mawlan `am mawlan shai`anw wa laa hum yunsaroon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu Ad-Dukhan

39مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
40إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati
41يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha
42إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
43إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 41

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis)…

Suuratu Aayah 41/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers