Ad-Dukhan · 42/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝٤٢
Illaa mar rahimal laah` innahoo huwal `azeezur raheem
📖 Afaan Oromoon
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu Ad-Dukhan

40إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati
41يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha
42إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
43إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
44طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 42

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 42/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers