Ad-Dukhan · 40/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ ۝٤٠
Inna yawmal fasli meeqaatuhum ajma`een
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu Ad-Dukhan

38وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne
39مَا خَلَقْنَاهُمَا إِلَّا بِالْحَقِّ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Dhugaan malee isaan lachan hin uumneGaruu irra hedduun isaanii hin beekanu
40إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ مِيقَاتُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati
41يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha
42إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 40

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Guyyaan murtii beellama isaan hundaati

Suuratu Aayah 40/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers