Ad-Dukhan · 48/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ ۝٤٨
Summa subboo fawqa raasihee min `azaabil hameem
📖 Afaan Oromoon
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu Ad-Dukhan

46كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti
47خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa
48ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa
49ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee
50إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 48

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa

Suuratu Aayah 48/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers