Ad-Dukhan · 49/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ ۝٤٩
Zuq innaka antal `azeezul kareem
📖 Afaan Oromoon
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 47-51 — Suuratu Ad-Dukhan

47خُذُوهُ فَاعْتِلُوهُ إِلَىٰ سَوَاءِ الْجَحِيمِ
(Ni jedhama): “Isa qabaatii gara walakkaa ibidda boba’aa harkisaa
48ثُمَّ صُبُّوا فَوْقَ رَأْسِهِ مِنْ عَذَابِ الْحَمِيمِ
Ergasii mataa isaa gubbaatti adabbii bishaan danfaa irraa ta’e dhangalaasaa
49ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee
50إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
51إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 49

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee

Suuratu Aayah 49/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers