Al-Ahqaf · 7/35
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ahqaf
وَإِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِمْ آيَاتُنَا بَيِّنَاتٍ قَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لِلْحَقِّ لَمَّا جَاءَهُمْ هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ ۝٧
Wa izaa tutlaa `alaihim Aayaatunaa baiyinaatin qaalal lazeena kafaroo lilhaqqi lammaa jaaa`ahum haazaa sihrum mubeen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo keeyyatoonni keenya ifa ta’anii isaan irratti dubbifaman, isaan kafaran dhugaan isaanitti dhufnaan “kun Sihrii ifa galaadha” jedhan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 5-9 — Suuratu Al-Ahqaf

5وَمَنْ أَضَلُّ مِمَّن يَدْعُو مِن دُونِ اللَّهِ مَن لَّا يَسْتَجِيبُ لَهُ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ وَهُمْ عَن دُعَائِهِمْ غَافِلُونَ
Nama Rabbiin ala waan hanga Guyyaa Qiyaamaatti homaa isaaf hin owwaanneefi isaan kadhaa isaanii irraa dagatoo ta’an gabbaru caalaa jallataan eenyu
6وَإِذَا حُشِرَ النَّاسُ كَانُوا لَهُمْ أَعْدَاءً وَكَانُوا بِعِبَادَتِهِمْ كَافِرِينَ
Yeroo ilmi namaa walitti qabamu diinota isaaniif ta’uIbaadaa isaaniittis kafaroo ta’u
7وَإِذَا تُتْلَىٰ عَلَيْهِمْ آيَاتُنَا بَيِّنَاتٍ قَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا لِلْحَقِّ لَمَّا جَاءَهُمْ هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ
Yeroo keeyyatoonni keenya ifa ta’anii isaan irratti dubbifaman, isaan kafaran dhugaan isaanitti dhufnaan “kun Sihrii ifa galaadha” jedhan
8أَمْ يَقُولُونَ افْتَرَاهُ ۖ قُلْ إِنِ افْتَرَيْتُهُ فَلَا تَمْلِكُونَ لِي مِنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ هُوَ أَعْلَمُ بِمَا تُفِيضُونَ فِيهِ ۖ كَفَىٰ بِهِ شَهِيدًا بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ ۖ وَهُوَ الْغَفُورُ الرَّحِيمُ
Yookiin “(Muhammadtu SAW) sobaan isa uume” jedhu(Yaa Muhammad!) “yoo ani sobaan isa uumeef (adabbii) Rabbii irraa naaf tumsuu hin dandeessanuInni (Rabbiin) waan isin keessa galtan akkaan beekaadhaAnaafi isin giddutti ragaaf Inni ga’aadhaInni araaramaa, rahmata godhaadha” jedhi
9قُلْ مَا كُنتُ بِدْعًا مِّنَ الرُّسُلِ وَمَا أَدْرِي مَا يُفْعَلُ بِي وَلَا بِكُمْ ۖ إِنْ أَتَّبِعُ إِلَّا مَا يُوحَىٰ إِلَيَّ وَمَا أَنَا إِلَّا نَذِيرٌ مُّبِينٌ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “Ani ergamtoota irraa isa jalaqabaatii mitiWaan anaafi isin irratti dalagamuuf jirus hin beekuWaan gara kiyyatti wahyii godhamu malee (wanta biraa) hin hordofuAni sodaachisaa ifa bahaadha malee waan biraatii miti.”
Al-AhqafTarreeffama Qur'ana
35Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Ahqaf 7

Suuratu Al-Ahqaf Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo keeyyatoonni keenya ifa ta’anii isaan irratti dubbifaman, isaan kafaran…

Suuratu Aayah 7/35 — Suuratu Al-Ahqaf الأحقاف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ahqaf Caqasi, Suuratu Al-Ahqaf Hiikkaa, Suuratu Al-Ahqaf mp3, Suuratu Al-Ahqaf pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers